Global GC



Dhaabbanni Global General Construction PLC Gita hojii armaan gadii namoota Ulaagaa guutan qacaruun hojjechiisuu barbaada. 

Ulaagaalee fi Dandeettii 

1. Gita Hojii:Marketing,Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi haala mijeessitoota hedduu.

2. Sadarkaa Barnootaa:Kutaa12ffaa fi Isaa Ol Kamiyyuu  

3. Muuxannoo:0

4. Mindaa:6,369–10,000 akkasumas kan Card bilbilaa fi Transportii Qarshii 750. 

5. Bakki Hojii:Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa.

6. Galmeen hanga guyyaa:11/10/201

Comments