Global GC

Dhaabbanni Global General Construction PLC Gita hojii armaan gadii namoota Ulaagaa guutan qacaruun hojjechiisuu barbaada. Ulaagaalee fi Dandeettii 1. Gita Hojii:Marketing,Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi haala mijeessitoota hedduu. 2. Sadarkaa Barnootaa:Kutaa12ffaa fi Isaa Ol Kamiyyuu 3. Muuxannoo:0 4. Mindaa:6,369–10,000 akkasumas kan Card bilbilaa fi Transportii Qarshii 750. 5. Bakki Hojii:Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa. 6. Galmeen hanga guyyaa:11/10/201